YOH 8:32
WAA’EE KEEF DHUGAAN TOKKO JIRA! Dhugicha wallaaluun garba sobaa ta’uudha! Innis isa ati ofiin jettu yookiis isa namni siin jedhu osoo hin taane, waa’ee keef kan dubbatu qaamni DHUGAAN TOKKO JIRA. Innis dhugaa barri irra hin darbine,dhugaa dhugaan kamillee irratti hin falmine, dhugaa barabaraa isa ta’e YESUUS KIRISTOOS. Yesus dhugaa waa’ee keef dhaabateedha. Inni isa dursee dhugummaa jireenya keetii beekeedha, jiraachuu kees jaallateedha. Egaa isa dursee si beeke beekuun kee siif jireenyadha. Addunyaa kanarraa wanti barbaadamaa jiruu fi barbaadamu inni guddaan dhugaadha. Dhugaan wanta sadarkaa barbaadamuu irra darbee isa barbaachisuudha waan ta’eef. kanaaf dhugaa si barbaachisu tokko yoo barte isa si hin barbaachifne harkaa bahuun si hin dhibu. Dhugaan biyya lafaa hamma ati duutu qofatti siif dhaabata. Dhugaa inni dhugaan garuu du’a garasitti iyyuu amansiisaa isa ta’ee dha. Egaa dhugaan lafarraa gaafa ati fooniin duutu du’a erga ta’ee, du’a kee garasitti immoo eenyuun dhaabachiifatta? Ati har’a dhugaa aduu gadiin boonaa jiraatta ta’a. Garuu guyyaan tokko guyyaa itti lafti kun, wanti isheen baattus, itti darbu tokko dhufuuf jira. Guyyaa sanatti garuu dhugaan siif dhaabachuu ,si dhaabuus danda’u tokko jira;innis YESUS KIRISTOOS QOFA! Dhugaa isa hin banne beekuun jireenya isa hin banneef si qopheessa. Egaa gara dhugichaa gara yesus kiristoos isa jireenya keef barabaraan dhaabatuu kottu ,inni dhugicha ati ittiin birmaduu baatuudha. Yoh.8:32 dhugicha hin hubattu dhugichis birmaduu isin hin baasa.... YOH 8:32
WAA’EE KEEF DHUGAAN TOKKO JIRA! Dhugicha wallaaluun garba sobaa ta’uudha!
Innis isa ati ofiin jettu yookiis isa namni siin jedhu osoo hin taane, waa’ee keef kan dubbatu qaamni DHUGAAN TOKKO JIRA. Innis dhugaa barri irra hin darbine,dhugaa dhugaan kamillee irratti hin falmine, dhugaa barabaraa isa ta’e YESUUS KIRISTOOS. Yesus dhugaa waa’ee keef dhaabateedha. Inni isa dursee dhugummaa jireenya keetii beekeedha, jiraachuu kees jaallateedha. Egaa isa dursee si beeke beekuun kee siif jireenyadha. Addunyaa kanarraa wanti barbaadamaa jiruu fi barbaadamu inni guddaan dhugaadha. Dhugaan wanta sadarkaa barbaadamuu irra darbee isa barbaachisuudha waan ta’eef. kanaaf dhugaa si barbaachisu tokko yoo barte isa si hin barbaachifne harkaa bahuun si hin dhibu. Dhugaan biyya lafaa hamma ati duutu qofatti siif dhaabata. Dhugaa inni dhugaan garuu du’a garasitti iyyuu amansiisaa isa ta’ee dha. Egaa dhugaan lafarraa gaafa ati fooniin duutu du’a erga ta’ee, du’a kee garasitti immoo eenyuun dhaabachiifatta? Ati har’a dhugaa aduu gadiin boonaa jiraatta ta’a. Garuu guyyaan tokko guyyaa itti lafti kun, wanti isheen baattus, itti darbu tokko dhufuuf jira. Guyyaa sanatti garuu dhugaan siif dhaabachuu ,si dhaabuus danda’u tokko jira;innis YESUS KIRISTOOS QOFA! Dhugaa isa hin banne beekuun jireenya isa hin banneef si qopheessa. Egaa gara dhugichaa gara yesus kiristoos isa jireenya keef barabaraan dhaabatuu kottu ,inni dhugicha ati ittiin birmaduu baatuudha. Yoh.8:32 dhugicha hin hubattu dhugichis birmaduu isin hin baasa....
Gaaffiif Yaada Yoo Qabaattan Yaada Keessan Nuuf Erguun Nu Quunnamaa