Bakka nama qajeelaa nama cubbamaatu gadi dhiiifame.
Yeroo Pilaaxos warra yihuudotaadhaan Yesuusii fi Barabbaa keessaa eenyuun gadi isiniif dhiisu jedhee gaafate, Isaan deebisanii Barabbaa gadi nuuf dhiisi jedhaniin. Mat.27:15-17. Barabbaan nama cubbamaa akka hojii isaatti kan du’i maluuf ture. Yesuus immoo nama qajeelaa mudaas kan hin qabne ture. Garuu Bakka nama qajeelaa nama cubbamaatu gadi dhiiifame.
Gaaffiif Yaada Yoo Qabaattan Yaada Keessan Nuuf Erguun Nu Quunnamaa