LUQ 17:5-6
✅✅GUDDINA AMANTII✅✅ ?Luq. 17 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁵ Ergamoonni yommus gooftichaan, "Amantii keenya nuuf guddisi!" jedhan. ⁶ Gooftichi immoo deebiseefii, "Amantii hamma ija sanaaficaa kan geessu utuu qabaattanii, qilxuu kanaan, 'Buqqa'ii galaana keessa dhaabami!' in jettu; innis isiniif in abboomama" jedheen. ?kutaa kana irratti hunda'un amantiitti guddachu Isa jedhu waliin ilaallaa hiika amantii yeroo garaagaratti waan barannuuf kaasun hin barbaachisu. ? Akkuma arginu gaaffin ture kan bartoota ( Ergamoota) gooftaa yoo ta'u gaaffi guddachu amantiiti kan isaan gaafatan. ? Addunyaa xumuramuuf fiigaa jirru kana keessatti Kiristaanni ykn duuka-buutun gooftaa Yesus yeroo kam caalmaatti iyyu guddina amantii qabaachuun baay'ee barbaachisaadha! ✅ WANTI GUDDINNI AMANTII ITTIIN MADAALAMU MAALI? Akka yaada kiristiyaanota baay'eetti namni yommuu lallabaa Macaafan foyya'a ta'u, Hafuuraan guutamee raajii dubbatu, faarfataa fooyya'a ta'u, geggessaa ta'u fi k.k.f ebalu guddina amantii qaba, ykn amantiitti bilchaateras, guddateeras jedhu! Dhugaa Macaafa wajjin garu yoo ilaalamu hojiwwan kun hundu Mana Waaqqayyoo kessatti barbaachisoo ta'ani osoo jirani dhugaan isa kan biraa ta'a. ? Kanaafu amantiin guddate yeroo jennu? 1️⃣. Iji hojii amantii gaafa mullatu. ?Luq 6:43-44 Kristiyaanni amantitti guddate(matured Christian) ija amantii mul'atu qaba! Yeroo tokko tokko guddannerra fakkanne gaafa akkas ta'u dadhabnu ni jiraata, kunis gaafa nuti guddina amantii keenyaa ija amantii keenya wajjin wal bira qabne ilaallu nutti mul'ata 2️⃣. Jireenya kristiyaanumma dhuunfaa Waaqayyoo ta'e jiraachuudhan ?Ba'u 19:5 1phex 2:9 ? Sabni Waaqayyoo ( waldaan Waaqayyoo) dhiiga Kristoosin waan bitamneef dhuunfaa Waaqayyooti kanaafu jireenya qixxee jiraachun nurra hin barbaachisu. ?Kristiyanni tokko jireenya qixxee jiraata gaafa jedhamu gaabadhumatti jireenya warra mana kessa gaafa jiraachuu shaakalu dadhabuudha! Warri akkasi harrayyu Waldaa kristiyaana kessa heddudha! 3️⃣. Karaa keenya gaafa adda baafannudha! Kuni akka sagalee waqayyotti wanta ijodha jedhen gudunfa ?2xim 4:5 ?yero jiraannu keessatti amantoota karaan harkaa bade heddu qabna ? Me as irratti waan xiqqo haa ilaallu! Calaqqisiftun jireenya kiristaanummaa inni guddan bakka ka'umsa, bakka irra jirrufi bakka ga'umsaa beekudha. Mee waan tokko akka ati xiyyeffattufin itti si yaadachisa Lallaba galmaa afaanin heddutu Lallaba! Lallabni galmaa garuu afaan qofaan osoo hin ta'in jiratani agarsisu, namni jiraate agarsisu immo nama karaa isaa beekudha. ?Mat 7:21-22 Kristiyaanni nama akka carra jiraatu miti! Nama gara itti deemu hin beekne miti! Nama daandii isaa adda bafatudha dandii keenya adda baafanne jiraannu hafuurri gooftichaa nu haa gargaru ( dubbi isaaf Waaqayyoo haa ulfatu) ITTI FUFA... FOCUS WKU 2016 LUQ 17:5-6
✅✅GUDDINA AMANTII✅✅
?Luq. 17 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁵ Ergamoonni yommus gooftichaan, "Amantii keenya nuuf guddisi!" jedhan. ⁶ Gooftichi immoo deebiseefii, "Amantii hamma ija sanaaficaa kan geessu utuu qabaattanii, qilxuu kanaan, 'Buqqa'ii galaana keessa dhaabami!' in jettu; innis isiniif in abboomama" jedheen.
?kutaa kana irratti hunda'un amantiitti guddachu Isa jedhu waliin ilaallaa hiika amantii yeroo garaagaratti waan barannuuf kaasun hin barbaachisu.
? Akkuma arginu gaaffin ture kan bartoota ( Ergamoota) gooftaa yoo ta'u gaaffi guddachu amantiiti kan isaan gaafatan.
? Addunyaa xumuramuuf fiigaa jirru kana keessatti Kiristaanni ykn duuka-buutun gooftaa Yesus yeroo kam caalmaatti iyyu guddina amantii qabaachuun baay'ee barbaachisaadha!
✅ WANTI GUDDINNI AMANTII ITTIIN MADAALAMU MAALI?
Akka yaada kiristiyaanota baay'eetti namni yommuu lallabaa Macaafan foyya'a ta'u, Hafuuraan guutamee raajii dubbatu, faarfataa fooyya'a ta'u, geggessaa ta'u fi k.k.f ebalu guddina amantii qaba, ykn amantiitti bilchaateras, guddateeras jedhu! Dhugaa Macaafa wajjin garu yoo ilaalamu hojiwwan kun hundu Mana Waaqqayyoo kessatti barbaachisoo ta'ani osoo jirani dhugaan isa kan biraa ta'a.
? Kanaafu amantiin guddate yeroo jennu?
1️⃣. Iji hojii amantii gaafa mullatu. ?Luq 6:43-44 Kristiyaanni amantitti guddate(matured Christian) ija amantii mul'atu qaba! Yeroo tokko tokko guddannerra fakkanne gaafa akkas ta'u dadhabnu ni jiraata, kunis gaafa nuti guddina amantii keenyaa ija amantii keenya wajjin wal bira qabne ilaallu nutti mul'ata
2️⃣. Jireenya kristiyaanumma dhuunfaa Waaqayyoo ta'e jiraachuudhan ?Ba'u 19:5 1phex 2:9 ? Sabni Waaqayyoo ( waldaan Waaqayyoo) dhiiga Kristoosin waan bitamneef dhuunfaa Waaqayyooti kanaafu jireenya qixxee jiraachun nurra hin barbaachisu.
?Kristiyanni tokko jireenya qixxee jiraata gaafa jedhamu gaabadhumatti jireenya warra mana kessa gaafa jiraachuu shaakalu dadhabuudha! Warri akkasi harrayyu Waldaa kristiyaana kessa heddudha!
3️⃣. Karaa keenya gaafa adda baafannudha! Kuni akka sagalee waqayyotti wanta ijodha jedhen gudunfa ?2xim 4:5 ?yero jiraannu keessatti amantoota karaan harkaa bade heddu qabna ? Me as irratti waan xiqqo haa ilaallu! Calaqqisiftun jireenya kiristaanummaa inni guddan bakka ka'umsa, bakka irra jirrufi bakka ga'umsaa beekudha. Mee waan tokko akka ati xiyyeffattufin itti si yaadachisa Lallaba galmaa afaanin heddutu Lallaba! Lallabni galmaa garuu afaan qofaan osoo hin ta'in jiratani agarsisu, namni jiraate agarsisu immo nama karaa isaa beekudha. ?Mat 7:21-22
Kristiyaanni nama akka carra jiraatu miti! Nama gara itti deemu hin beekne miti! Nama daandii isaa adda bafatudha dandii keenya adda baafanne jiraannu hafuurri gooftichaa nu haa gargaru ( dubbi isaaf Waaqayyoo haa ulfatu)
ITTI FUFA... FOCUS WKU 2016
Gaaffiif Yaada Yoo Qabaattan Yaada Keessan Nuuf Erguun Nu Quunnamaa