1XIM 6:12
Kutaa 2ffaa ✅✅WAL'AANSOO AMANTII✅✅ “Wal'aansoo amantii isa gaarii sana jabeessii qabi! Jireenya bara baraas harka kee keessa galfadhu! Isaaf waamamtee, dhuga-baatuu baay'ee duratti amantii kee ba'eessa gootee beeksifteetta. ?1Xim 6:12 ?WAL'AANSOO AMANTII ISA GAARII SANA JABEESSI QABI... ✓ Kutaa kana irraa jireenyi amantii wal'aansoo akka qabuf wal'aansichatti jabaachuun akka barbaachisu nu hubachiisa. Dhugumayyuu kiristiyaanni jireenya amantii isaa keessatti wal'aansoo waan ittin qabaa jiraatu ni qaba. Amma wantoota jireenya amantii keessatti walansoo naman qaban wantoota muraasa haa ilaallu! ? namni Waqayyoo wanta inni jireenya isaa keessatti beeku gaafa wanta gaaridha, Waqayyoon gammachisa jedhe yaadee fiixa baasuuf murteeffatu wantichi gufuu godhachudha ni mala! Wantichi gufuu yoo qabaate iyyu Waaqayyo raawatamu wanta gaari sanatti walii galeera, akkasumas itti ni gammada! ?GUFUUWWAN KUNNEENIS: 1️⃣ Foon Waqayyo wajjin nu uume. ? Foonni kutaa sirna umamaa ( system of natural part) keessa tokkodha. Uma 6:3 Amalli fooni maali? ● Hawwii dhaabbataa hin qabne qaba ( na hin beeku) 1xim 5:11, 1yoh 2;16 Hafuurri Waqayyo inni nu keessa bufatee jiru utuu nu jajjabeessu baate Foonni nuti wajjin uumamne kun dharraatiin isaa heddudha! Dharra'e hin quufu. ● Dadhabaadha! "Hafuurri dhimmaadha Foonni dadhabaadha" jedha sagaleen Waqayyoo. Kanaafu ammas hafurichatu nu jabeessa. Walumaa galatti Foonni amaloota kan biroo qabus dabalatee jireenya ofii isaa Isa darbu hawwii isaa wajjin jireenya amantii namaa Isa hin dabarre du'aa goochu yaada. Kanaafu ittiin qabuu qabna! 1Xim1;19 Asitti kan ilaallu namoonni gaafa hafuura isaaniitti dadhaban jireenyi amantii isaani akka rukutamaa jiru hin beekan gaafa hafuurri isaani rukutamu wal'aansoo foonif hafuura( amantii) keeessa akka jiran adda hin baafatan kanaaf mogoleen kadhata isaani laafadha! Nuti garuu namoota wal'aansoo amantii qaban erga taane kana gargar baafne beeku qabna! 2️⃣WANTA BIYYA LAFAA. 1yoh 2:15 Biyya lafaa keessa wanti baayyeen jiraachuu danda'a, isaan keessa garuu wantoonni jireenya amantii namaa irratti hubaati fidan heddudha. □ wantoonni biyya lafaa keessa ba'an:- 1 jibba: namni gaafa nama jibbu maddi ( source) isaa biyya lafaa keessa akka ba'u hubachu qaba, kuni immo fixa ba'insa jireenya amantiif gufuudha! 2 jireenyaan kooruu: kunis maddi isaa biyya lafaa kessa akka ta'e nutti hima Macaafni Qulqulluu 3 Hawii ijaa 4 yaadan gargar cabuu. 1yoh;13,2:16 Wantonni kun hundumtu wanta barabaraa miti hin darbu garuu Isa hin dabarreef kan nama qopheessu jireenya amantii keenya busheessu. ● kanaafuu walii galatti wal'aansoo amantii keenyaa jabaannee ittin qabu qabna. Kunis Amma Yesus deebi'e dhufutti itti fufa WAAQAYYO MO'ICHA KEENYA HUMNI HUMNA GARARRAA KAN WAQAYYOTI.!? 1XIM 6:12
Kutaa 2ffaa
✅✅WAL'AANSOO AMANTII✅✅ “Wal'aansoo amantii isa gaarii sana jabeessii qabi! Jireenya bara baraas harka kee keessa galfadhu! Isaaf waamamtee, dhuga-baatuu baay'ee duratti amantii kee ba'eessa gootee beeksifteetta. ?1Xim 6:12
?WAL'AANSOO AMANTII ISA GAARII SANA JABEESSI QABI...
✓ Kutaa kana irraa jireenyi amantii wal'aansoo akka qabuf wal'aansichatti jabaachuun akka barbaachisu nu hubachiisa. Dhugumayyuu kiristiyaanni jireenya amantii isaa keessatti wal'aansoo waan ittin qabaa jiraatu ni qaba. Amma wantoota jireenya amantii keessatti walansoo naman qaban wantoota muraasa haa ilaallu!
? namni Waqayyoo wanta inni jireenya isaa keessatti beeku gaafa wanta gaaridha, Waqayyoon gammachisa jedhe yaadee fiixa baasuuf murteeffatu wantichi gufuu godhachudha ni mala! Wantichi gufuu yoo qabaate iyyu Waaqayyo raawatamu wanta gaari sanatti walii galeera, akkasumas itti ni gammada! ?GUFUUWWAN KUNNEENIS: 1️⃣ Foon Waqayyo wajjin nu uume.
? Foonni kutaa sirna umamaa ( system of natural part) keessa tokkodha. Uma 6:3 Amalli fooni maali? ● Hawwii dhaabbataa hin qabne qaba ( na hin beeku) 1xim 5:11, 1yoh 2;16 Hafuurri Waqayyo inni nu keessa bufatee jiru utuu nu jajjabeessu baate Foonni nuti wajjin uumamne kun dharraatiin isaa heddudha! Dharra'e hin quufu. ● Dadhabaadha! "Hafuurri dhimmaadha Foonni dadhabaadha" jedha sagaleen Waqayyoo. Kanaafu ammas hafurichatu nu jabeessa.
Walumaa galatti Foonni amaloota kan biroo qabus dabalatee jireenya ofii isaa Isa darbu hawwii isaa wajjin jireenya amantii namaa Isa hin dabarre du'aa goochu yaada. Kanaafu ittiin qabuu qabna! 1Xim1;19
Asitti kan ilaallu namoonni gaafa hafuura isaaniitti dadhaban jireenyi amantii isaani akka rukutamaa jiru hin beekan gaafa hafuurri isaani rukutamu wal'aansoo foonif hafuura( amantii) keeessa akka jiran adda hin baafatan kanaaf mogoleen kadhata isaani laafadha! Nuti garuu namoota wal'aansoo amantii qaban erga taane kana gargar baafne beeku qabna!
2️⃣WANTA BIYYA LAFAA. 1yoh 2:15 Biyya lafaa keessa wanti baayyeen jiraachuu danda'a, isaan keessa garuu wantoonni jireenya amantii namaa irratti hubaati fidan heddudha. □ wantoonni biyya lafaa keessa ba'an:- 1 jibba: namni gaafa nama jibbu maddi ( source) isaa biyya lafaa keessa akka ba'u hubachu qaba, kuni immo fixa ba'insa jireenya amantiif gufuudha! 2 jireenyaan kooruu: kunis maddi isaa biyya lafaa kessa akka ta'e nutti hima Macaafni Qulqulluu 3 Hawii ijaa 4 yaadan gargar cabuu. 1yoh;13,2:16 Wantonni kun hundumtu wanta barabaraa miti hin darbu garuu Isa hin dabarreef kan nama qopheessu jireenya amantii keenya busheessu.
● kanaafuu walii galatti wal'aansoo amantii keenyaa jabaannee ittin qabu qabna. Kunis Amma Yesus deebi'e dhufutti itti fufa
WAAQAYYO MO'ICHA KEENYA HUMNI HUMNA GARARRAA KAN WAQAYYOTI.!?
Gaaffiif Yaada Yoo Qabaattan Yaada Keessan Nuuf Erguun Nu Quunnamaa